Friday, April 10, 2020


Kan Banu Kessaa Hinjiru



Hojjettuu Manaa- “Giiftiikoo! Waggoottan darban shanan yemmuun sin wajin hojjedhullee dogoggora tokko malee isin wajjin hanga ammaatti jiraachaan jira. Hanga ammaatti garuu amantaa narratti hin qabdani jechuu dha?”

Haadha Manaa- “Maalin sitti balleesseree Furtuu manakoo sitti kenneera waanan si amanuuf mitiiree kun?”

Hojjettuu Manaa- “Lakki Giiftikoo dubbiin akkana miti! Furtuullee hundasaa yaaleera garuu Saanduqa isa warqee baatu kan banu keessa hin jiru”
____////_______////__________/////________

Nama jallaadhu malee hin amanin. Ofii keetiif kan ta'u dandaa'u sumaa qofa dha. Tarii nama amaante teessa tanaan dogogortee jirtaa. Waaqayyo kee amanii malee nama irrattii amaanta godhaate hin ta'iin.

Situ Naaf lola, Faarfataa D/N Naaroob @eotc Afaan oromo